Jaalalli maali? Jaalala isa jedhan akkamitti hiikta?

Nama hin taane jaallachuutu nama miidha malee, Jaalalli yoomiyyuu nama hin miidhu. Jaalala jechuun Waanta namni kamiyyuu qoree bira gahuu hin dandeenyedha. Jaalala jechuun bantuu fi cuftuu jireenyaati. Jaalalli nama…

Neutrition Avokaadoo Irraa Argannu Keessaa Muraasa.

1: Qabiyyee soorataa gosaan adda adda ta’an of keessaa qaba. Isaaniis, Vitamin K, Folate,Vitamin C, Potassium, Vitamin B5, Vitamin B6 fi Vitamin E fa’i. 2: Nyaata coomaan (fat) baay’ee kan…

Dhukkuba Garaachaa Mala ittisaa fi ka’umsa isaa.

Dhukkubni garaachaa maalii? Dhukkubni garaachaa kan jedhamu keessoo garaachaa haguugee kan argamu ‘gastric mucosa ‘n yommuu quunca’u ykn madaa’uu dha. Uumamaan garaachi namaa asiidii ‘Hydrochloric acid,HCL’ maddisiisa. Asiidiin kun bulla’ina…

Faayidaalee Qullubbii Adii

Qullubbii Adiin fayyaa namaaf faayidaalee hedduu waan qabuuf nyaata guyyaa guyyaatti soorattan keessatti osoo fayyadamtanii isiniin jenna: Faayidalee inni kennu keessaa muraasni: Dandeettii dhibee dandamachuu qaama keenyaa (immunity) ni dabala.…

Fayyummaa Sammuu Keenyaa Eeguuf maal gochuu qabna?

Adda addumma umriin namaa dabalaa deemuun jijjiiramni sammuu fi qaama namaa irratti ni mul’ata. Haa ta’u malee dandeettii waa yaadachuu fi irraanfachuu dhabuu keenyaa, akkasumaas fayyummaa Sammuu keenyaa gabbisuuf wantoota…

Hundee Diimaa Fi Faayidaa isaa.

Hundee diimaan kaaloorii xiqqaa of keessaa qabaatullee, vitaaminootaa fi albuudoota qaama keenyaaf barbaachisan hunda of keessaa qaba. waan kana ta’eef faayidaa garagaraa nuuf kennuu danda’a. Isaaniis: 1)Ga’umsa atileetii fooyyeessuuf: Sababa…

Guyya Guyyaan Qaama Dhiqachuun faayidaa moo miidhaa qabaa?

Guyya guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti? 1) Qaamni keenya uumamaan dibata of irraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu immoo qaawwa xixiqqoo baasuudhaan:…

Goguu hidhii ofirraa ittisuuf maal gochuu qabna?

1) Hidhii jiisuuf yookaan laaffisuuf jecha arraabuu ykn arrabaan xuuxuun irraa of eeguudha. Hancufni dafee qilleensaan goga, yeroodhaaf kan jiise ykn laaffise nutti fakkaatee, garuu erga hancufni ittiin jiifne sun…

MATAA DHUKKUBBII FI GOSOOTA ISAA.

Mataa dhukkubbiin gosoota hedduu kan qabu yoo ta’u, kanneen armaan gadii kun sadan warreen hawaasa baay’inaan hubanii fi hawaasni keenya adda baasee beekuu qabudha. [Fakkii: A] kan jedhamu kun dhukkuubbii…

Kalee Fi Fayyummaa Kalee Keenyaa Eeguu.

Kaleen qaamota baay’ee barbaachisaa ta’an keessaa isa tokko. ilmi namaa kalee lama qaba. ilmi namaa kalee tokko qofaan jiraachuu ni danda’a. Hojiileen kalee maal fa’a? Xuraawaa qaama keenyatti uumamuu fi…