Hundee diimaan kaaloorii xiqqaa of keessaa qabaatullee, vitaaminootaa fi albuudoota qaama keenyaaf barbaachisan hunda of keessaa qaba. waan kana ta’eef faayidaa garagaraa nuuf kennuu danda’a. Isaaniis: 1)Ga’umsa atileetii fooyyeessuuf: Sababa…
Category: REVIEW
Guyya Guyyaan Qaama Dhiqachuun faayidaa moo miidhaa qabaa?
Guyya guyyaan qaama dhiqachuun fayyaa gogaa keenyaa ni huba! Akkamitti? 1) Qaamni keenya uumamaan dibata of irraa qabu balleessuudhaan akka gogu taasisa. Qaamni keenya yoo gogu immoo qaawwa xixiqqoo baasuudhaan:…
Goguu hidhii ofirraa ittisuuf maal gochuu qabna?
1) Hidhii jiisuuf yookaan laaffisuuf jecha arraabuu ykn arrabaan xuuxuun irraa of eeguudha. Hancufni dafee qilleensaan goga, yeroodhaaf kan jiise ykn laaffise nutti fakkaatee, garuu erga hancufni ittiin jiifne sun…
MATAA DHUKKUBBII FI GOSOOTA ISAA.
Mataa dhukkubbiin gosoota hedduu kan qabu yoo ta’u, kanneen armaan gadii kun sadan warreen hawaasa baay’inaan hubanii fi hawaasni keenya adda baasee beekuu qabudha. [Fakkii: A] kan jedhamu kun dhukkuubbii…
Kalee Fi Fayyummaa Kalee Keenyaa Eeguu.
Kaleen qaamota baay’ee barbaachisaa ta’an keessaa isa tokko. ilmi namaa kalee lama qaba. ilmi namaa kalee tokko qofaan jiraachuu ni danda’a. Hojiileen kalee maal fa’a? Xuraawaa qaama keenyatti uumamuu fi…
Mala Shunkurtaa Fayyadamuun Rifeensa biqilchuu fi Gurracheessuuf isin Gargaaru.
Akkaataa itti Qopheessitan Jalqaba qola shunkurtaa, sana Irraa sooftu ykn Quncistu Itti aansuun Albee ykn Haaduu Fayyadamuun murmurtu ykn kukkuttu, ergasiin booda hanga Inni xixiqqaatutti meeshaa fayyadamuun kukkuttu. Ergasii cuunfaa…
Forforii Rifeensaa, Ka’umsa, Mallattoo Fi Mala Ittisa Isaa.
Mallattoolee Foroforii Rifeensa mataa keessa wanti akka daakuu harca’auu (keessumaa yoo harkaan haxaa’an ykn filtuu mataan filatan). Yoo xiqqoo sanarra jabaate immoo gar malee hooksisuu fi waan akka qolaa harca’uu…
Haala ittiin ilkaan keenya qulqulleeffannu, qabxiilee toorba/7
Akkaataan nuti ilkaan itti rigannu, irgi ilkaanii keenya akka hin hubamneef akkasumas, qulqullina ilkaan keenyaa sirriitti akka eegamuuf kan nu gargaaru ta’uu qaba. Guyyaa tokko keessattis si’a lama (2) ilkaan…
DHUKKUBBII DUGDAA (BACK PAIN)
Ka’umsa Dhukkubbii Dugdaa Ulfaatina guddaa ol kaasuu ykn haala hin mijanneen ulfaatina ol kaasuu. Ulfaatina garmalee guddaa ta’e qabaachuu. Sochii qaamaa gochuu dhiisuu. (poor physical fitness) Umrii (older age). dhukkubbiin…
Faayidaa Gagaa Dammaa fi Faayidaa Muuzii.
Faayidaa Gagaa Dammaa Damma jaallannaan gagaa isaa nyaadhu. Gagaa alanfattee erga mi’aa isaa irraa xuuxxee fixxe booda wanta akka maastikaa isa hafu sana liqimsuu ni dandeessa. Miidhaa tokkollee hin qabu.…
